Lyrics

Amma lelelelelee Samma lelelee naannoo Amma lelelelelee Samma lelelee naannoo Samma lelelelee wardee lelee naannoo Ajabaa Amma lelelelelee Samma lelelee naannoo Amma lelelelelee Samma lelelee naannoo Samma lelelelee wardee lelee naannoo Ajabaa (jabeeysi) Ajabaa ajabaa (fudhi) Dirree Dhawaa nu gaha bishaan laga harree Dirree Dhawaa nu gaha bishaan laga harree Jaalala akkana takkaatun agarre Jaalala akkana takkaatun agarre Jaalala akkana takkaatun agarre ajabaa Amma lelelelelee Samma lelelee naannoo Amma lelelelelee Samma lelelee naannoo Samma lelelelee wardee lelee naannoo Ajabaa (jabeeysi) Ajabaa ajabaa (fudhi) Haramaayaa dhugaa bishaan Haramaayaa Haramaayaa dhugaa bishaan Haramaayaa Jaalala akkana argaafillee fayyaa Jaalala akkana argaafillee fayyaa Jaalala akkana argaafillee fayyaa ajabaa Amma lelelelelee Samma lelelee naannoo Amma lelelelelee Samma lelelee naannoo Samma lelelelee wardee lelee naannoo Ajabaa (jabeeysi) Ajabaa ajabaa (fudhi) Dirree Dhawaa jirra Djibouti maal jenna Dirree Dhawaa jirra Djibouti maal jenna Atuu nu ibsita tiriika maal jenna Atuu nu ibsita tiriika maal jenna Atuu nu ibsita tiriika maal jenna ajabaa Amma lelelelelee Samma lelelee naannoo Amma lelelelelee Samma lelelee naannoo Samma lelelelee wardee lelee naannoo Ajabaa (jabeeysi) Ajabaa ajabaa (fudhi) Keenya Dirree Dhawaa loltuu loon hayyisa Keenya Dirree Dhawaa loltuu loon hayyisa Waahin sitti dhaama waan qalbii fayyisa Waahin sitti dhaama waan qalbii fayyisa Waahin sitti dhaama waan qalbii fayyisa ajabaa Amma lelelelelee Samma lelelee naannoo Amma lelelelelee Samma lelelee naannoo Samma lelelelee wardee lelee naannoo Ajabaa Amma lelelelelelee Samma lelelee naannoo Amma lelelelelee Samma lelelee naannoo Samma lelelelee wardee lelee naannoo Ajabaa
Writer(s): Danial Tamere Tekle Lyrics powered by www.musixmatch.com
instagramSharePathic_arrow_out